Sei sulla pagina 1di 25

3.

2 GABBISA MIRGOOLEE
 Mirgoolee biyya keessaa kan
 guddina saffisaa qabanii fi
 kan guddina hin fixin
 Foon coomni itti hin baay’atinii fi lallaafaa(lean and
tender meat) dhiyeessuuf gabbifamu.
A. Filannoo Mirgoolee

Sanyii
Loon sanyii naannoo (Horroo, Booranaa,
Ogadeen fi kkf)

Paakeejii guutuun omisha foon caalmaa


fooyya’aa argamsiisu.
A. Filannoo Mirgoolee...
Umurii

Umurii waggaa 2-3 yoo ta’an filatamoodha.


A. Filannoo Mirgoolee...

Dhabbii qaamaa fi Ulfaatina

walqixxaataa, dheeraa fi lafee babal’aa

Haalli qaamaa (body condition) baay’ee kan hin


huuqqatinii fi hin gabbatin sadarkkaa 3 ffaa irra
kan jiran ta’uu qaba.

 kan guddachaa jiran ta’us ulfaatinni isaanii kg 200


gadi yoo ta’u baay’ee filatamaadha.
B. Ittisaa fi To’annoo Dhibee
 Quarantine and isolation
 Horii fayyaaf talaallii kennuu
 Maxxantuu qaama keessaa fi alaa tiif (chemoprophylaxy)
dawwaa kennuu fi gabbatanii hanga bahanitti
 Dhibee ogeessa fayyaa beeyilladaatiin yaalaman gochuu dha.
 Biosecurity (limiting human enterance $ disinfect foot and tire
bath)
 Proper carcass diposal (gubuu fi awwaaluu)
 Qulqullina (Hygiene)
 Nyaata madaalawaa
C. Qophii Nyaataa fi Nyaachisuu
Harki guddaan concentrate (75% ykn ol) fi
25% immoo roughage ta’a.
Nyaatni dabalataas (Soogidda, albuudota,
vitamins)
Foon gabaa irratti barbaadamaa ta’e omishuuf
nyaanni beeyladaa filannoon akka qopheeffamuu
danda’u haala armaan gaditti dhiyaatee jira.
Nyaata 1ffaa
Nyaata 2ffaa
D. Baay’ina Mirgoolee Gabbatanii fi Yeroo
Gabbisuu
 Gabaan amansiisaa fi nyaanni gahaan hanga jirutti
gabbistoonni waggaatti marsaa 3 hanga 4 gabbisuu ni
danda’u.
 baay’ina kan murteessu barbachaa gabaa fi humna
gabbisaa ta’us marsaa tokkotti:
Gabbisaa xinnaan mirgoolee 20,
Giddugaleessi mirgoolee 50,
Guddaan mirgolee 100 Fi isaa ol
akka gabbisu ni gorfama.
D. Baay’ina Mirgoolee Gabbatanii fi Yeroo
Gabbisuu ...
Gabbisaan naannootti kan argaman qeeraa fi
warshaa foonii akkasumas daldaltoota horii
foonii dhaabbataa bitan wajjin dubbachuun dura
kontiraata humna isaatiin wal madaalu
waliigalee hanga yeroo tokkotti loon gabbisu
murteessuu qaba.
3.3 Gabbisa Hoolaa Fi Re’ee
3.3.1 Gabbisa Hoolotaa fi Re’oota Hormaata
irraa Dhorkamanii
A. Haala Filannoo Hoolaa fi Re’ee Gabbatanii
• Tajaajila hormaataaf kan hin oolle gabaa
naannoo irraa bitee itti fayyadamuu ni danda’a

• yeroo gabaabaa keessaatti kan bu’aa buusan ta’uu


waan qabaniif hanqatee hanqatu guddina umurii
isaanii %50 kan fixan ykn waggaa 2 ol kan
ta’anii fi waggaa 4 kan hin caalle ta’uu qaba.
Umurii

Umurii ilkaaniin tilmamuun ni danda’ama.

 Hoolaa fi Re’eef kan filataman umurii waggaa


2 irraa hanga 4 jechuun ilkaan dhaabbataan
cimdiin 3 duraa yeroo margu jalqabee hanga
dhumarratti ilkaan dhaabbataan hundi margutti
ta’a.
Dhaabbii qaamaa fi Ulfaatina
Gabbisuuf hoolaa fi re’een filatamu umurii isaatiin
yoo waliin ilaalamu:
qaamni guddaa,
Miillii fi lafeen dugdaa bal’aa fi dheeraa
yoo ta’e foon baay’ee qabaata.
Qaamni isaa baay’ee kan hin
huqqatini fi hin gabbatin ta’uu qaba.
Ulfaatinni ka’umsaa osoo kg 20 gadi ta’uu baatee
fi fuulduratti guddachuuf kan abdatamu gaariidha.
B. Ittisaa fi To’annoo Dhibee
Kan qotiyyoo ibsamee fi kan Mirgoolee
guddataa jiran ibsamee wajjin tokkuma.
C. Kunuunsa
Hoolaa fi Re’een gabbatu tokko kan nyaatu akka
gara foonitti jijjiiru hidhamee sooramu qaba.
Ganama ganama hanga tokko xinnoo
gadidhiifamee akka dheeduu fi bashannanu
gochuun barbaachisaadha. Mirgoota shanan
C. Kunuunsa...
Hoolaa fi re’ee hin kola’in yoo ta’e garuu
hobobsuu waan danda’uuf akka hingaanne
gochuudha.
Hoolaa fi re’ee kola’an nyaata caalmaa kan
barbaadanii fi foon diimaarra cooma kan kuusan
ta’uu fi kan hin kola’in immoo foon diimaa
caalmatti kan kuusaan ta’u ragaan ni mulisa.
Kanaaf gabbisaan kun fedhii callaa barbaadamu
giddu galeessa godhatee omishuu qaba.
D. Nyaataa fi Haala Nyaachisuu
Kan qotiyyoo ibsamee fi kan Mirgoolee guddataa
jiran ibsamee wajjin tokkuma.
Nyaata humna olaanaa qaban fayyadamuun
E. Dawoo Hojeechuu.

Kan qotiyyoo ibsamee fi kan Mirgoolee


guddataa jiran ibsamee wajjin tokkuma.
Akka ciischaaf toluufitti Hidhamanii
gabbatu.
F. Baay’ina Beeyladoota Gabbatanii fi Yeroo
Gabbisuu
Dhiiyeessiin nyaataa fi gabaa yoo amansiisaa
ta’e waggaatti yeroo 3 gabbisuun ni
danda’ama.

Marsaa tokkotti gabbisaan


xinnaan tokko hoolaa ykn re’ee 7
giddugaleessi 15,
ol aanaan hoolaa/ re’ee 50 gabbisuun akka
gabaaf dhiyessu ni gorfama.
F. Baay’ina Beeyladoota Gabbatanii fi Yeroo
Gabbisuu
Yeroon gabbisuu akkuma dandeetiitti bultii 90
irraa hanga 120 yoo ta’e filatamaadha.
Yeroo kana irraa gabbisuu dheeressuun
nyaataa fi baasii dabalataa tiif gabbisaa ni
saaxila.
Sagantaan gabbisuu kan ayyaanoota waggaa
giddu galeessa kan godhate ta’uu qaba.
3.3.2. Gabbisa Hoolaa fi Re’ee Guddina Hatattamaa
qaban
Waan hundumaan Gabbisa Hoolotaa fi Re’oota
Hormaata irraa Dhorkamanii waliin wal fakkaatanii
garaagarummaan jiru:
- Umurii itti filaman harma kan gu’anii fi guddattoota
umurii ji’a 4 irraa hanga Ji’a 6 fi ji’a 6 irraa hanga
ji’a 12 ta’a.
- Ilmooleen gabbifamuuf filataman odeeffannoo
rikardii warraa fi haala dhaabbii isaanii, umurii
isaanii waliin yoo ilaalame bal’ina lafee miilaa fi
dirra qaban ilaaluun kan baay’ee hin huqqatin
filachuudha.
3.3.2. Gabbisa Hoolaa fi Re’ee Guddina Hatattamaa
qaban…
- ilmooleenharma haadha irraa waan adda bahaanif
ulfina hir’isu; rakkina fayyaa fi dhiibbaa biraafis
yeroo saaxilaman waan ta’eef marga hokaa
qulqulluu, nyaata dabalataa fi bishaan qulqulluu
kennuun ulfina barbaachisu fiduun gabaaf
dhiyeessuun ni barbaachisa.

Potrebbero piacerti anche