Sei sulla pagina 1di 8

Waggaa 21ffaa..... Lak.

5/2005 Finfinnee, Adoolessa 6/2005


፳፩ኛ ዓመት........ ቁጥር ፭/፪ሺ፭ ፊንፊኔ፣ ሐምሌ ፮ ቀን ፪ሺ፭
21st year ........... No. 5/2013 Finfine, July 13, 2013

MAGALATA OROMIYAA
L µ E p ‰ Z Më ¦
MEGELETA OROMIA
Gatiin Tokko ........ Qar. 3.70 To’annoo Caffee Mootummaa Naannoo Lak. S. Poostaa ........ 21383-1000
Oromiyaatiin Kan Bahe
¦¿«è ”¶ ................ ፫ ብር ከ፸ ሣንቲም £Þ.Q.e¼Y ...........
l‰ZMë¦ wN?^© ŒGF”í L¿·Rr
uÚô *aT>Á ºmf}r £’» P.O.Box ..................
Unit Price ............... Birr 3.70

QABIYYEE T¨<Ý CONTENT


Labsii Lak. 179/2005 አዋጅ ቁጥር ፩፻፸፱/፪ሺ፭ Proclamation No. 179/2013
Labsii Ejansii Misoomaafi Manaajimantii Lafa የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግሥት የከተማ A Proclamation to Establish Oromia National Re-
Magaalaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa መሬት ልማትና ማኔጅመንት ኤጀንሲን ለማቋቋም gional State Urban Land Development and Man-
Hundeessuuf Bahe ................................... Fuula 1 የወጣ አዋጅ .................................................... ገጽ ፩ agement Agency ........................................ Page 1

Labsii Lak. 179/2005 አዋጅ ቁጥር ፩፻፸፱/፪ሺ፭ Proclamation No. 179/2013


Labsii Ejansii Misoomaafi Maanaaji- የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግሥት የከተማ A Proclamation to Establish Oromia
mantii Lafa Magaalaa Mootummaa መሬት ልማትና ማኔጅመንት ኤጀንሲን ለማቋቋም National Regional State Urban Land
Naannoo Oromiyaa Hundeessuuf Bahe የወጣ አዋጅ Development and Management Agency
Sagantaalee, imaammata misoomaafi በከተማ መሬት ልማት እና ማኔጅመንት ፖሊሲ WHEREAS, it has become necessary to
maanaajimantii lafa magaalaa keessatti ውስጥ የተገለጹትን ፕሮግራሞች ሥራ ላይ implement programs stated in the urban
ibsaman hojiirra oolchuudhaaf haala land development and management policy
ለማዋል በተደራጀ መልኩ መምራት አስፈላጊ
qindaa’een hogganuun barbaachisaa ta’ee
ሆኖ በመገኘቱ፤ in an organized manner;
waan argameef;
Magaalota naannichaa keessatti sirna በክልሉ ከተሞች ውስጥ የከተማ መሬት ልማትና WHEREAS, it is necessary to make free
misoomaafi manaajimantii lafa magaalaa ማኔጅመንት ሥርዓትን በመዘርጋት ይህንን አላቂ this limited resources from misuse and
diriirsuun qabeenya dhumataa ta’e kana የሆነ ንብረት ከብክነትና ከኪራይ ሰብሳቢነት ነፃ
rent-seeking through the realization of ur-
qisaasamaafi kiraa sassaabdummaa irraa ban land development and management
ለማድረግ ግልፅነትና ተጠያቂነት ባለው መንገድ
bilisa gochuuf karaa iftoominaafi ittigaafata- system within the urban areas of the re-
ሥራ ላይ ለማዋል እና መሰረታዊ የሆነ ማህበራዊ
mummaa qabuun hojiirra oolchuufi jijjiirama gion in a way that has transparency and
bu’uura hawaasummaafi dinagdee dhugoom- እና ኢኮኖሚያዊ ለውጥን ዕውን ማድረግ አስፈላጊ
accountability and to realize social and
suun barbaachisaa ta’ee waan argameef; ሆኖ በመገኘቱ፤
economic transformation;
Sirna odeeffannoofi ragaa lafa magaalaa የክልሉን የከተማ መሬት የመረጃ እና የማስረጃ
WHEREAS, it is necessary to strengthen
naannichaa hojimaataafi teekinooloojii ሥርዓት በዘመናዊ ቴክኖሎጂና አሠራር የተደገፈ
ammayyaatiin deeggarame uumuun, akka- implementation capacity of urban by cre-
አሰራር ለመፍጠር፣ እንዲሁም ብቃትና ችሎታ ating information and data system of urban
sumas humna namaa gahumsaafi dandeet-
tii qabu ijaaruun dandeettii raawwachii- ያለውን የሰው ሀይል በመፍጠር የከተሞችን land by creating modern procedure and
summaa magaalotaa cimsuun barbaachisaa የአሠራር አቅም መገንባት አስፈላጊ ሆኖ technology as well as building skilled and
ta’ee waan argameef; በመገኘቱ፤ competent manpower;
Labsii Lak. 179/2005, Fuula 2 አዋጅ ቁጥር ፩፻፸፱/፪ሺ፭ Ñê ፪ Proclamation No. 179/2013, Page 2
Hojii lafa magaalaa bakka adda addaatti በተለያዩ ቦታዎች በተበታተነ መልኩ ሲሰራ WHEREAS, it has become necessary
bifa bittinnaa’aa ta’een hojjatamaa ture የነበረውን የከተማ መሬት ስራ ራሱን ችሎ to establish an organ that work on urban
qaama mootummaa of danda’ee mis- በከተማ መሬት ልማት እና ማኔጅመንት ላይ land development and management issues
oomaafi manaajimantii lafa magaalaa ir-
የሚሠራ የመንግሥት አካልን መመስረት which has been executed at different place
ratti hojjatu hundeessuun barbaachisaa
አስፈላጊ ሆኖ በመገኘቱ፤ in a scattered manner;
waan ta’eef;
Akkaataa Heera Mootummaa Naannoo ተሻሽሎ በወጣው የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ NOW, THEREFORE, in accordance with
Oromiyaa Fooyya’ee Bahe, Labsii Lak. መን ግ ሥ ት ህገ መንግሥ ት አ ዋ ጅ ቁጥር Article 49(3) (a) of Proclamation No.
46/1994 Keewwata 49(3)(a) tiin Labsiin 46/2001 of the Revised Constitution of
፵፮/፲፱፻፺፬ አንቀጽ ፵፱ (፫) (ሀ) መሠረት
kanatti aanu labsameera. the National Regional State of Oromia it is
የሚከተለው ታውጇል፡፡
hereby proclaimed as follows.
KUTAA TOKKO
TUMAALEE WALIIGALAA ክፍል አንድ
PART ONE
1. Mata Duree Gabaabaa
ጠቅላላ ድንጋጌዎች
Labsiin kun “Labsii Ejansii Misoomaa General Provisions
fi Maanaajimantii Lafa Magaalaa ፩. አጭር ርዕስ
1. Short Title
Hundeessuuf Bahe Lak. 179/2005” ይህ አዋጅ ‘‘የከተማ መሬት ልማትና
This Proclamation may be cited as “A
jedhamee waamamuu ni danda’a. ማኔጅመንት ኤጀንሲ ለማቋቋም የወጣ አዋጅ Proclamation to Establish Urban Land
ቁጥር ፩፻፸፱/፪ሺ፭” ተብሎ ሊጠራ ይችላል፡፡ Development and Management Agency
2. Hiika
Akkaataan jechichaa hiika biroo kan No. 179/2013.”
፪. ትርጓሜ
kennisiisuuf yoo ta’e malee Labsii kana
የቃሉ አገባብ ሌላ ትርጉም የሚያሰጠው 2. Definitions
keessatti:
1) “Biiroo” jechuun Biiroo Industiriifi ካልሆነ በስተቀር በዚህ አዋጅ ውስጥ፡- Unless the context required otherwise
Misooma Magaalaa Oromiyaati. ፩) ‘‘ቢሮ” ማለት የኦሮሚያ ኢንዱስትሪና in this Proclamation:-
2) “Magaalaa” jechuun ummata 2000 ከተማ ልማት ቢሮ ማለት ነው፡፡ 1) “Bureau” means Oromia Industry
fi isaa ol keessa kan jiraatu ta’ee, ፪) ‘‘ከተማ” ማለት ፪ሺና ከዚያ በላይ ህዝብ and Urban Development Bureau.
jiraataa magaalaa keessaa %50 fi isaa
የሚኖርበት ሆኖ ከከተማው ነዋሪዎች ፶% 2) “Urban” means urban whose popula-
ol kan ta’u jireenyi isaa qonnaan ala
እና ከዚያ በላይ በግብርና የማይተዳደር tion is 2000 and more and where the
kan ta’e jechuudha.
3) “Lafa Magaalaa” jechuun lafa ማለት ነው፡፡ livelihood of 50% of this popultion
daangaa bulchiinsa magaalaa kees- ፫) ‘‘የከተማ መሬት” ማለት በከተማ does not depend up on agriculture.
satti argamu jechuudha. መስተዳድር ድንበር ውስጥ የሚገኝ 3) “Urban Land” means land found
4) “Maanaajimantii Lafa Magaalaa” መሬት ማለት ነው፡፡ in the boundary of urban administra-
jechuun lafaafi qabeenya lafa magaal- tion.
፬) ”የከተማ መሬት ማኔጅመንት” ማለት
aatiin walqabtee bifa ammayyaa ta’een 4) “Urban Land Management” means
bulchuu fi hogganuu jechuudha. የከተማ መሬትና ከመሬት ጋር የተያያዙ
administering and leading urban
5) “Bulchiinsa Magaalaa” jechuun ንብረቶችን በዘመናዊ መንገድ ማስተዳደርና
seeraan yookiin bakka bu’ummaan land and land related property in a
መምራት ማለት ነዉ፡፡
qaama mootummaa dhimmi ilaal- modern way.
፭) ‘‘ከተማ አስተዳደር” ማለት በህግ ሥልጣን
latuun magaalaa bulchuuf qaama 5) “Urban Administration” means ur-
ወይም በውክልና ጉዳዩ ከሚመለከተው
aangooniifi gaheen hojii kennameefii ban administration that acquired le-
መንግስታዊ አካል ከተማ ለማስተዳደር
caaseeffame jechuudha. gal and concerned government organ
6) “Lafaafi Qabeenya Lafaan Walqabate” ሥልጣንና ተግባር ተሰጥቶት የተደራጀ
recognition.
jechuun lafa magaalaafi qabeenya አካል ማለት ነው፡፡
6) “Land Related Property” means
hin sochoone lafa sana irratti argamu ፮) ‘‘መሬትና ከመሬት ጋር የተያያዘ ንብረት”
urban land and immovable property
jechuudha. ማለት የከተማ መሬትና ከመሬቱ ጋር
7) “Kaadaastara” jechuun sirna qabi- found on it.
የተያያዘ የማይንቀሳቀስ ንብረት ማለት ነው፡፡ 7) “Cadastre” means a system by which
yyeen lafaafi qabeenyi dhaabbataan
lafaan walqabtee jiru ittiin galmaa’uufi ፯) ‘‘ካድስተር” ማለት መሬትና ከመሬት ጋር land and real propertiy found on it is
beekamuuf ragaa qophaa’u jechuudha. የተያያዘና ቋሚ ንብረት የሚመዘገብበትና registred and known.
8) “Pilaanii Magaalaa” jechuun qaama የሚታወቅበት ስርዓት ማለት ነው፡፡ 8) “Urban Plan” means structural plan,
aangoo qabuun kan ragga’ee fi seeraan ፰) ”የከተማ ፕላን” ማለት ስልጣን ባለው local development plan or basic plan
raawwatiinsa kan qabu pilaanii caase-
አካል የጸደቀና ህጋዊ ተፈጻሚነት ያለዉ of an urban center including annexed
effama magaalaa, pilaanii misooma
qe’ee (local development plan) yook- የከተማ መዋቅራዊ ፕላን፣ የአካባቢ ልማት descriptive documents which are le-
iin pilaanii bu’uuraa ta’ee, ibsa barre- ፕላን ወይም መሰረታዊ ፕላን ሲሆን አባሪ gally endorsed by the authorized body
effamaa pilaanii waliin jiru ni dabalata. የጽሁፍ ማብራሪያዎችን ይጨምራል፡፡ and have legally binding effect.
Labsii Lak. 179/2005, Fuula 3 አዋጅ ቁጥር ፩፻፸፱/፪ሺ፭ ገጽ ፫ Proclamation No. 179/2013, Page 3
9) “Nama” jechuun nama uumamaa ፱) ‘‘ሰው” ማለት የተፈጥሮ ሰው ወይም 9) “Person” means physical or judicial
yookiin dhaabbata seeraan qaamni ህጋዊ ሰውነት የተሰጠው ድርጅት ማለት person or organization.
seerummaa kennameef jechuudha.
ነው፡፡
3. Gender Reference
3. Ibsa Koorniyaa Provisions of this proclamation set out
Labsii kana keessatti jechi koorniyaa ፫. የፆታ መግለጫ
in the masculine gender shall apply to
dhiiraatiin ibsame dubartiis ni dabalata. በዚህ አዋጅ ውስጥ በወንድ ፆታ የተገለፀው
the feminine gender.
ቃል የሴትንም ይጨምራል፡፡
4. Kaayyoo Ejansichaa
Sirna misoomaa fi maanaajimantii lafa 4. Objectives of the Agency
፬. የኤጀንሲው ዓላማ
magaalaa qindaa’aa ta’e diriirsuun To enhance transparency and account-
የተቀናጀ የከተማ መሬት ልማትና ማኔጅመንት
ittifayyadama lafa magaalaa iftoomi- ability in urban land use that is guided
ስርዓትን በመዘርጋት ግልጽነትና ተጠያቂነት
naafi ittigaafatamummaa qabuufi pi- by urban plan to bring basic change
ያለው የከተማ መሬት አጠቃቀም በፕላን
laaniin hogganamee jijjiirama bu'uuraa in socio-economic of urban society as
hawaas-dinagdee ummataa akka fiduu እየተመራ የህዝቡን ማህበራዊ ኢኮኖሚያዊ
well as, fast growth and development of
danda’u, karaa guutuu ta'een hogganuun መሰረታዊ ለውጥ በሚያመጣ እና ሙሉ
towns by creating organized urban land
misoomaafi guddina ariifataa magaalo- በሆነ መንገድ በመምራት የከተሞችን ፈጣን development and management system.
taa fiduudha. እድገትና ልማት ማምጣት ነው፡፡
PART TWO
KUTAA LAMA ክፍል ሁለት Establishement, Organization and
Hundeeffama, Gurmaa'ina, Aaangoofi የኤጀንሲው መቋቋም፣ አደረጃጀት፣ ስልጣንና Power and Duties of the Agency
Hojii Ejansichaa ተግባር 5. Establishment and Accountability
5. Hundeeffamaa fi Itti Waamama ፭. መቋቋምና ተጠሪነት 1) Oromia National Regional State
1) Ejansiin Misoomaafi Manaajimantii ፩) የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግሥት Land Development and Maman-
Lafa Magaalaa Mootummaa Naan- የከተማ መሬት ልማትና ማኔጅመንት agement Agency hereafter called
noo Oromiyaa kanaan booda “Ejan- ኤጀንሲ ከዚህ በኋላ “ኤጀንሲ” ተብሎ “Agency” shall be established by
sii” jedhamee kan waamamu Labsii የሚጠራ በዚህ አዋጅ ተቋቁሟል፡፡ this Proclamation.
kanaan hundeeffamee jira. 2) The Agency shall be accountable to
፪) የኤጀንሲው ተጠሪነት ለቢሮው ይሆናል፡፡
2) Itti waamamni Ejansichaa Biiroof
the Bureau.
ta’a. ፮. የኤጀንሲው ዋና መስሪያ ቤት አድራሻ
6. Teessoo Waajjira Ol’aanaa Ejansichaa የኤጀንሲው ዋና መስሪያ ቤት አድራሻ ፊንፊኔ 6. The Head Office of the Agency
Teessoon waajjira ol’aanaa Ejansichaa ከተማ ሆኖ እንደ አስፈላጊነቱ በዞን፣ በከተማ The head office of the Agency shall be in
Magaalaa Finfinnee ta’ee, akkaataa bar- እና በከተሞች ቀበሌ ውስጥ መዋቅርና ጽ/ቤት Finfine Town and it may have structure
baachisummaa isaatti sadarkaa godinaa, ሊኖረው ይችላል፡፡
and office at Zonal, Urban, and Kebele
magaalaafi gandoota magaalotaa keessatti level as it may necessary.
caasaafi waajjira qabaachuu ni danda’a. ፯. የኤጀንሲው አደረጃጀት
7. Organization of the Agency
7. Gurmaa’ina Ejansichaa ኤጀንሲው ከዚህ የሚከተለው አደረጃጀት
The Agency shall have the following
Ejansichi gurmaa’ina armaan gadii ni ይኖረዋል፡፡
organization.
qabaata: ፩) ዋና ስራ አስኪያጅ
1) General Manager,
1) Hojii Gaggeessaa Ol’aanaa; ፪) ምክትል ዋና ስራ አስኪያጅ እና
2) Itti Aanaa Hojii Gaggeessaa Ol’aanaafi 2) Deputy General Manager and
፫) አስፈላጊ ሰራተኞች ይኖሩታል፡፡
3) Hojjattoota barbaachisaa ta’an ni 3) Other necessary workers.
qabaata. ፰. የኤጀንሲው ሥልጣንና ተግባር
8. Powers and Duties of the Agency
8. Aangoo fi Hojii Ejansichaa ኤጀንሲው የሚከተሉት ሥልጣንና ተግባር
The Agency shall have the following
Ejansichi aangoo fi hojii armaan gadii ni ይኖሩታል፣ powers and duties:-
qabaata: ፩) የከተማ መሬት ልማትና ማኔጅመንት 1) Implement urban land development
1) Imaammataafi tarsiimoo misoomaa ፖሊሲና እስትራቴጂ በስራ ላይ ያውላል፤ and management policy and strategy,
fi maanaajimantii lafa magaalaa ho- በስራ ላይ እንዲውል ያደርጋል፣ cause to be implemented, follow up,
jiirra ni oolcha; akka hojiirra oolu ni
ይከታተላል፣ ይቆጣጠራል፡፡ and control.
taasisa; ni hordofa; ni to’ata.
2) Sirna ammayyaa’aadhaan misoomaafi
፪) ዘመናዊ የከተማ መሬት ልማትና 2) Provide modern urban land devel-
bulchiinsa lafa magaalaa ni diriirsa; አስተዳደር ስርዓት ይዘረጋል፤ እንዲዘረጋ opment and administration system;
akka diriiru ni taasisa; ni deeggara; ያደርጋል፤ ድጋፍ ይሰጣል፤ ይቆጣጠራል፤ cause to be provided; support; control
ni to’ata; ni hordofa. ይከታተላል፡፡ and follow up.
Labsii Lak. 179/2005, Fuula 4 አዋጅ ቁጥር ፩፻፸፱/፪ሺ፭ ገጽ ፬ Proclamation No. 179/2013, Page 4

3) Seera liiziifi seerota biroo hojii ፫) ከከተማ መሬት ልማትና ማኔጅመንት 3) Implement, follow up and control
misoomaafi maanaajimantii lafa ስራ ጋር የተያያዙ የሊዝ ህጎችና ሌሎች lease laws and other laws related to
magaalaa waliin wal-qabatan hoji- urban land development and man-
ህጎች ስራ ላይ ያውላል፤ ይከታተላል፣
irra ni oolcha; ni hordofa; ni to’ata.
ይቆጣጠራል፡፡ agement.
4) Sirna kenniinsa tajaajilaafi bulchiin-
sa lafa magaalaa iftoomina, si’ataa, ፬) ግልፅነት፣ ቀልጣፋ፣ ጥራት እና ተጠያቂነት 4) Provide and cause to be provided
qulqullinaafi itti gaafatamummaa ያለው የከተማ መሬት አገልግሎት urban land administration and ser-
mirkaneessu ni diriirsa; akka diriiru አሰጣጥና አስተዳደር የሚያረጋግጥ vice delivery system which ensures
ni taasisa; ሥርዓት ይዘረጋል፣ እንዲዘረጋ ያደርጋል፡፡ transparency, efficiency, quality and
5) Ragaafi odeeffannoo lafaafi qabeenya
፭) ከተማ መሬትና መሬት ጋር የተያያዙ accountably.
lafa magaalaa waliin wal-qabatan
walitti ni qaba; ni gurmeessa; ni bul- ንብረቶችን ማስረጃና መረጃ ይሰበስባል፣ 5) Collect, organize, administer and
cha; qaama dhimmi ilaaluuf ni tam- ያደራጃል፣ ያስተዳድራል፣ ለሚመለከተው disseminate information and data
saasa. አካል ያሰራጫል፡፡ regarding land and property related
6) Sirna ammayyaa’aa ragaafi odeeffan- ፮) ከከተማ መሬትና ከመሬት ጋር የተያያዙ with urban land.
noo lafaafi qabeenya lafa magaalaa
ንብረቶች ማስረጃና መረጃ ዘመናዊ 6) Cause modern data and informa-
waliin wal-qabatan akka diriiru ni
taasisa; raawwii isaa ni hodofa; ni ስርዓት እንዲዘረጋ ያደርጋል፤ አፈጻጸሙን tion system related with urban land
to’ata. ይከታተላል፤ ይቆጣጠራል፡፡ and property related to it to be pro-
7) Lafa magaalaa invastimantiifi ፯) ለተለያየ ኢንቨስትመንትና የልማት vided; follow up and control its im-
tajaajila misooma adda addaatiif አገልግሎት የሚውል፣ መሰረተ ልማት plimentation.
oolu, bu’uurri misoomaa guutameef,
የተሟላለት፣ ከተለያየ ክርክርና ተቃውሞ 7) Study and prepare urban land, with
falmiifi mormii adda addaa irraa bi-
ነፃ የሆነ የከተማ መሬት አጥንቶ ያዘጋጃል፣ the necessary infrastructure, free from
lisa ta’e qoratee ni qopheessa; qaama
dhimmi ilaaluuf ni dabarsa; hojiirra ለሚመለከተው አካል ያስተላልፋል፣ ስራ dispute and complaint for investment
oolmaa isaa ni to’ata; tarkaanfii seer- ላይ መዋሉን ይቆጣጠራል፤ አስፈላጊውን and development service, transfer to
aa barbaachisaa ta’e ni fudhata; akka ህጋዊ ዕርምጃ ይወስዳል፤ እንዲወሰድም the concerned body, control its imple-
fudhatamu ni taasisa. mentation, take and cause the neces-
ያደርጋል፡፡
8) Iddoowwan magaalaa dulloman
፰) ያረጁ የከተማ ቦታዎችን በማጥናትና sary legal measure to be taken;
qorachuufi adda baasuun hojii deebi-
sanii misoomsuuf qaama dhimmi il- በመለየት መልሶ የማልማትን ስራ 8) Study and identify old urban areas,
aaluu waliin ta’ee haala ni mijeessa; ከሚከተለው አካል ጋር በመሆን facilitate conditions with the con-
raawwii isaas ni hordofa. ያመቻቻል፤ አፈጻጸሙንም ይከታተላል፡፡ cerned body for its redevelopment,
9) Lafa magaalaa kanaan dura hojii in- ፱) ቀደም ሲል ለኢንቨስትመንት ሥራ የተሰጠ follow up its implementation.
vastimantiif kenname akkaataa seera
የከተማ መሬት ባለው ሕግ መሰረት ሥራ 9) Follow up, control the implimenta-
jiruun hojiirra ooluu isaanii ni hor-
dofa; ni to’ata; barbaachisaa ta’ee ላይ መዋሉን ይከታተላል፤ ይቆጣጠራል፤ tion of urban land previously given
yoo argame qaama dhimmi ilaalu አስፈላጊ ሆኖ ከተገኘ ከሚመለከተው አካል for investment is utalized in accord-
waliin ta’uun tarkaanfiin seeraa akka ጋር በመሆን ህጋዊ እርምጃ እንዲወሰድ ance with the existing law, where
fudhatamu ni taasisa. ያደርጋል፡፡ necessary cause legal measure to be
10) Gaaffii lafa invastimantii maani-
፲) ለማኒፋክቸሪንግ ኢንዱስትሪ የሚቀርብ taken with the concerned body.
faakchariingi industirii simachuun
qindeessee Mana Marii Bulchiinsa የኢንቨስትመንት መሬት ጥያቄ ተቀብሎ 10) Recieve, organize and submit request
Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif በማቀናጀት ለኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ of investment land for manufacturing
dhiyeessuun akka murtee argatan ni መንግሥት መስተዳድር ምክር ቤት and industry to Oromia National Re-
taasisa; hojiirra akka oolan ni taasi- በማቅረብ ውሳኔ እንዲያገኙ ያደርጋል፣ gional State Administrative Council
sa; hojiirra oolmaa isaa ni hordofa;
ሥራ ላይ እንዲውል ያደርጋል፤ ሥራ and cause to be decided and imple-
akkaataa waliigalteetiin yoo hojiirra
hin oolle tarkaanfii seeraa ni fudhata; ላይ መዋሉን ይከታተላል፤ በውሉ mented; follow up its implementa-
akka fudhatamus ni taasisa. መሠረት ስራ ላይ ካልዋለ ህጋዊ እርምጃ tion, if not performed as per the the
11) Abbootii qabeenyaa akkaataa seer- ይወስዳል፤ እንዲወሰድም ያደርጋል፡፡ contractual agreement take and cause
aatiin lafa invastimantii fudhatan ፲፩) በህጉ መሠረት የኢንቨስትመንት መሬት the necessary measure to be taken.
Bulchiinsa Magaalaa waliin walii- የወሰዱ ባለሃብቶች ከከተማ አስተዳደር 11) Make investors sign an agreement
galtee akka mallatteessan ni taasisa;
waliigaltee mallattaa’e galmeessee
ጋር ውል እንዲፈራረሙ ያደርጋል፣ with urban administration; register,
ni qaba; qaama dhimmi ilaaluuf ni የተፈፀመውን ውል መዝግቦ ይይዛል፤ hold the agreement and transfer it to
dabarsa. ለሚመለከተው አካልም ያስተላልፋል፡፡ the concerned body.
Labsii Lak. 179/2005 Fuula 5 አዋጅ ቁጥር ፩፻፸፱/፪ሺ፭ ገጽ ፭ Proclamation No. 179/2013, Page 5
12) Gaaffii jijjiirraa abbummaafi gosa ፲፪) የከተማ መሬትና የኢንቨስትመንት ፕሮጀክት 12) Execute request of change of owner
piroojaktoota invastimantii magaal- አይነት የመቀየርና የሥም ማዛወር ጥያቄ ship and type of investment land pro-
aa qaama dhimmi ilaalu wajjin ni ject with the concerned body; follow
ተቀብሎ ጉዳዩ ከሚመለከተው አካል
raawwata; hojiirra oolmaa isaa ni up its implementation.
hordofa. ጋር ይፈፅማል፤ ስራ ላይ መዋሉንም
13) Cause compensation to be estimated
13) Shallaggii beenyaa namoota qabi- ይከታተላል፡፡
in accordance with the law for persons
yyee lafa isaanii irraa ka’aniif ak- ፲፫) ከይዞታቸው ለሚነሱ ሰዎች በህጉ
kaataa seeraatiin akka raawwatamu whose land is expropriated; cause
መሰረት ካሳ እንዲገመትላቸው ያደርጋል፤
ni taasisa; kaffaltiin beenyaa osoo compensation to be paid before their
ከመሬታቸው ሣይነሱ አስቀድሞ ካሣ
lafa isaanii irraa hin ka’iin dursee displacement.
akka kaffalamuuf ni taasisa. እንዲከፈላቸው ያደርጋል፡፡ 14) Undertake research to make compen-
14) Kaffaltiin beenyaa gabaa yeroo ir- ፲፬) የካሣ ክፍያ በወቅቱ ገበያ ላይ የተመሠረተ sation payment correspond with the
ratti kan hundaa’e akka ta’u qoran- እንዲሆን ጥናት በማካሄድ ለሚመለከተው market value of the time; submit it to
noo gaggeessuun qaama dhimmi il- the concerned body and cause to be ap-
አካል አቅርቦ በማፀደቅ ከሚመለከተው
aaluuf dhiyeessee mirkaneessisuun
አካል ጋር በመሆን ሥራ ላይ እንዲውል proved, implement and cause to be im-
qaama dhimmi ilaalu waliin ta’uun
ያደርጋል፡፡ plemented with the concerned body.
hojiirra akka oolu ni taasisa.
15) Namoota qabiyyee lafa magaalaa ፲፭) ከይዞታቸው የተነሱ ሰዎች መልሰው 15) Work in coordination with the con-
isaanii gadi lakkisan deebi’anii akka cerned body to rehabilitate persons
እንዲቋቋሙ ጉዳዩ ከሚመለከተው አካል
of danda’an qaama dhimmi ilaal- whose land is expropriated; support;
ጋር ይሰራል፤ ይደግፋል፤ ይከታተላል፤
latu waliin ni hojjata; ni gargaara; ni follow up and control.
hordofa; ni to’ata. ይቆጣጠራል፡፡
16) Provide a system in which urban
16) Magaalonni, sirna lafa magaalaa adda ፲፮) ከተሞች የከተማ መሬት ለይተው
identify, register rural land and utilize
baasanii galmeessuun misoomaaf oo- በመመዝገብ ለልማት የሚያውሉበትንና it for development and avoid illegal
lchaniifi gocha seeraan alaa irraa it- ከህገ ወጥ ድርጊት ሊከላከሉ የሚችሉበትን activities.
tisuu itti danda'an ni diriirsa.
ስርዓት ይዘረጋል፡፡ 17)Provide a system which makes urban
17) Sirna dhiyeessa lafa magaalaa
bu'a qabeessaafi guddina dinagdee ፲፯) የከተማ መሬት አቅርቦትን ውጤታማ land delivery fruitful and urban eco-
magaalotaa galma geessisu ni diriirsa. የሚያደርግና የከተሞችን ምጣኔ ሀብት nomic development aim to be achieved.
18) Sirna qophii lafaa diriirsuun baankii ከግብ የሚያደርስ ስርዓት ይዘረጋል፡፡ 18) Provide land preparation system and
ragaa lafaa ni gurmeessa. ፲፰)የመሬት አዘገጃጀት ስርዓት በመዘርጋት organize land data bank.
19) Hayyama ijaarsaafi ittifayyadama 19) Shall give construction and land uti-
የመሬት ማስረጃ ባንክ ያደራጃል፡፡
lafaa ni kenna; hojiirra oolmaa isaas lization license; follow up its imple-
ni hordofa; rakkoon yoo jiraate ፲፱) የግንባታና የመሬት የመጠቀሚያ ፈቃድን
mentation; where a problem is found
qaama dhimmi ilaalu waliin ta’uun ይሰጣል፤ ስራ ላይ መዋሉንም ይከታተላል፤
take and cause legal measure to be
tarkaanfii seeraa ni fudhata; akka ችግር ካለ ከሚመለከተው አካል ጋር
fudhatamus ni taasisa. taken with the concerned body.
በመሆን ህጋዊ እርምጃ ይወስዳል፤
20) Leenjii humna dandeettii raaw- 20) Give and cause to be given a training
እንዲወሰድም ያደርጋል፡፡ that strengthen worker's implementa-
wachiisummaa hojjattootaa cimsu
ni kenna; akka kennamu ni taasisa. ፳) የሰራተኞችን የማስፈፀም አቅም የሚገነባ tion capacity.
21) Sirni ittifayyadama pilaanii lafa ስልጠና ይሰጣል፤ እንዲሰጥ ያደርጋል፡፡ 21) Shall provide urban land utilization
magaalaa galma misooma magaalotaa ፳፩)የከተሞችን የልማት ግብ የሚያሳካ፣ plan that ensures the realization of
milkeessu, raawwatamuu danda’uufi urban development goal, that could
ሊተገበር የሚችልና የሚናበብ ፕላን
waldubbisu akka jiraatu ni taasisa.
እንዲኖር ያደርጋል፡፡ be implemented and as well as cor-
22) Lafti magaalotaa pilaanii magaalaa
፳፪) የከተሞች መሬት በከተማው ፕላን መሰረት respond with each other.
eegee qusannoofi faayidaa ol’aanaaf
akka oolu qajeelfamootaa fi hoji- በቁጠባ ለከፍተኛ ጥቅም እንዲውል
22) Issue Directives and guideline to ensure
maata ni qopheessa; akka hojiirra urban land use for maximum economi-
መመሪያዎችና አሰራር ያዘጋጃል፤ በስራ
oolu ni taasisa; hojiirra oolmaa isaa cal benefit in accordance with urban
ላይ እንዲውል ያደርጋል፤ ተግባራዊነቱን
ni hordofa; ni to’ata. plan, cause its implement ation; follow
23) Magaalota keessattiifi daangaa ይከታተላል፤ ይቆጣጠራል፡፡
up and control its implementation.
magaalotaa irratti ijaarsi seeraan ፳፫) በከተሞች ውስጥና በከተሞች ድንበር
23) Issue Directive and guideline with the
alaa akka hin babal’anne qaama ላይ ህገ ወጥ ግንባታ እንዳይስፋፋ ጉዳዩ concerned body to control the expan-
dhimmi ilaalu waliin ni hojjata; qa- ከሚመለከተው አካል ጋር ይሰራል፤ sion of illegal construction inside ur-
jeelfamaa fi hojimaata ni qopheessa;
hojiirra oolmaa isaa ni hordofa; ni
መመሪያና አሰራር ያዘጋጃል፤ አፈፃፀሙን ban areas and on the borders; follow
to’ata; tarkaanfii seeraa ni fudhata; ይከታተላል፤ ይቆጣጠራል፤ ህጋዊ እርምጃ up, control its implimentation; take
akka fudhatamus ni taasisa. ይወስዳል፤ እንዲወሰድ ያደርጋል፡፡ and cause legal measure to be taken.
Labsii Lak. 179/2005, Fuula 6 አዋጅ ቁጥር ፩፻፸፱/፪ሺ፭ ገጽ ፮ Proclamation No. 179/2013, Page 6
24) Magaalota keessatti haala qabiinsa ፳፬) በከተሞች ውስጥ የመሬት መረጃ አያያዝና 24) Coordinate the collection and organi-
ragaa fi qabeenya lafaan walqaba- ከመሬት ጋር የተያያዙ ንብረቶች በካዳስተር zation of data regarding land and
tee jiru sirna kaadaastaraatiin akka property related to land in urban areas
ስርዓት እንዲያዝና እንዲደራጅ በዚህ ረገድ
qabamuu fi gurmaa’u sochii hojii
በከተሞች ውስጥ የሚካሄደውን የስራ as per cadastral map system; control;
gama kanaan magaalota keessatti
እንቅስቃሴ ያስተባብራል፣ ይቆጣጠራል፣ cause its implementation.
gaggeeffamu ni qindeessa; ni to’ata;
hojiirra akka oolu ni taasisa. በስራ ላይ እንዲውል ያደርጋል፡፡ 25) Follow up, control cities whether
25) Magaalonni haala ammayyummaa ፳፭) ከተሞች ዘመናዊነትን በተላበሰ ሁኔታ they follow the master plan in a mod-
qabuun pilaanii magaalaa eeganii የከተማ ፕላን ጠብቀው መጓዛቸውን ern way; give the necessary support
deemuu isaanii ni hordofa; ni to’ata; ይከታተላል፣ ይቆጣጠራል፣ የከተማ in the preparation of the town's mas-
pilaaniin magaalaa sadarkaa isaa ter plan as per the standard.
ፕላንም ደረጃውን ጠብቆ እንዲዘጋጅላቸው
eegees akka qophaa’uuf deeggarsa
አስፈላጊውን ድጋፍ ይሰጣል፡፡ 26) Study and submit structure and sal-
barbaachisaa ta’e ni kenna.
፳፮) የኤጀንሲውን ባለሙያዎች መዋቅር ary of the employees of the agency to
26) Caasaafi mindaa ogeessota Ejansi-
chaa qoratee Mana Marii Bulchiinsa እና ደሞዝ አጥንቶ ለኦሮሚያ ክልል Oromia National Regional State Ad-
Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif አስተዳደር ምክር ቤት አቅርቦ ሲወሰን ministrative Council and implement
dhiyeessee yoo mirkanaa’e hojiirra ሥራ ላይ ያውላል፡፡ the same upon approval.
ni oolcha. ፳፯) የሊዝ ሥርዓት ውስጥ ያልገቡ ከተሞችን 27) Study and submit urbans that did not
27) Magaalota sirna liizii keessa hin enter in to the lease system to Oromia
አጥንቶ ለኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ
galle qoratee Mana Marii Bulchi-
መንግሥት መስተዳደር ምክር ቤት አቅርቦ National Regional State Administrative
insa Mootummaa Naannoo Oromi-
በማፀደቅ ሥራ ላይ እንዲውል ያደርጋል፤ Council for approval and impliment the
yaatiif dhiyeessee mirkaneessisuun
akka hojiirra oolu ni taasisa; hojiirra ሥራ ላይ መዋሉን ይከታተላል፡፡ same upon approval; follow up its im-
oolmaa isaas ni hordofa. ፳፰) የከተማ መሬት የሊዝ ዋጋ መነሻን plementation.
28) Gatii ka’umsa liizii lafa magaalaa በማጥናት ለኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ 28) Study and Submit initial lease price
qorachuun Mana Marii Bulchiinsa መንግስት መስተዳደር ምክር ቤት of urban land to Oromia National Re-
Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif በማቅረብ ያስወስናል፤ ስራ ላይ እንዲውል gional State Administrative Council
dhiyeessuun ni murteessisa; akka
ያደርጋል፤ ይደግፋል፡፡ for approval; cause to be implement-
hojiirra oolu ni taasisa; ni deeggara.
29) Qaamolee isaaf ittiwaamaman ni ፳፱)ተጠሪነታቸው ለኤጀንሲው የሆኑ አካላትን ed; support.
qindeessa; ni to’ata. ያቀናጃል፤ ይቆጣጠራል፡፡ 29) Coordinate, control those organs ac-
30) Qabeenya ni horata; walii galtee ni ፴) ንብረት ያፈራል፤ ውል ይገባል፤ ይከሳል፤ countabile to it.
seena; ni himata; ni himatama. ይከሰሳል፡፡ 30) Own property, enter in to contract;
9. Muudama sue and to be sued.
፱. ሹመት
Hojii Gaggeessaan Ol’aanaafi Itti
የኤጀንሲው ዋና ሥራ አስኪያጅ እና ምክትል 9. Appointment
Aanaan Hojii Gaggeessaa Ol’aanaan
ሥራ አስኪያጅ በኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ The General Manager and the Deputy
Ejansichaa Pireezidaantii Mootummaa
Naannoo Oromiyaatiin dhiyaatanii Mana መንግስት ፕሬዝዳንት ቀርበው በኦሮሚያ General Manager of the Agency shall
Marii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት መስተዳድር ምክር be nominated by the President of the
Oromiyaatiin kan muudaman ta’a. ቤት የሚሾሙ ይሆናል፡፡ National Regional State of Oromia and
10. Aangoo fi Hojii, Hojii Gaggeessaa appointed by National Regional State's
፲. የዋና ስራ አስኪያጅ ስልጣንና ተግባር
Ol’aanaa Administrative Council.
ዋና ስራ አስኪያጅ የሚከተሉትን ስልጣንና
Hojii Gaggeessaa Ol’aanaan aangoofi
ተግባራት ይኖሩታል፡ 10. Powers and duties of the General Manager
hojii armaan gadii ni qabaata:
1) Hojii Ejansichaa ol’aantummaan ni ፩) የኤጀንሲውን ሥራ በበላይነት ይመራል፣ The General Manager shall have the
gaggeessa; ni qindeessa; ni bulcha. ያስተባብራል፣ ያስተዳድራል፡፡ following powers and duties.
2) Aangoofi hojii Ejansichaa hojiirra ni ፪) የኤጀንሲውን ስልጣንና ተግባር በሥራ ላይ 1) Coordinate and administer duties of
oolcha; akka hojiirra oolu ni taasisa. ያውላል፣ እንዲውልም ያደርጋል፡፡ the Agency.
3) Bu’a qabeessummaa hojichaaf jecha ፫) ለሥራው ውጤታማነት ሲባል ከሥልጣንና 2) Implement the powers and duties of
aangoofi hojii isaa irraa qoodee itti- ተግባሩ በማካፈል በስሩ ላሉት የሥራ the Agency; cause to be implement.
gafatamtootaafi hojjattoota isa jala
ኃላፊዎችና ሠራተኞች በውክልና ሊሰጥ 3) May delegate some of his powers
jiraniif bakka bu’iinsa kennuu ni
danda’a. ይችላል፡፡ and duties to heads and other worker
4) Seera hojjattoota mootummaa irratti ፬) በመንግሥት ሰራተኞች ህግ ላይ under him for better implementation.
hundaa’ee hojjattoota ni qaxara; ni በመመሥረት ሠራተኞችን ይቀጥራል፣ 4) Employ, administer and fire workers in
bulcha; hojiirraa ni gaggeessa. ያስተዳድራል፤ ከስራ ያሰናብታል፡፡ accvordance with civil servant law.
Labsii Lak. 179/2005, Fuula 7 አዋጅ ቁጥር ፩፻፸፱/፪ሺ፭ ገጽ ፯ Proclamation No. 179/2013, Page 7

5) Walqunnamtii qaama sadaffaa wajjin ፭) ከሶስተኛ ወገን ጋር ለሚደረግ ማንኛውም 5) Represent the Agency in all commu-
godhamu hunda irratti bakka bu’aa ግንኙነት የኤጀንሲው ተወካይ ይሆናል፡፡ nications with the third party.
Ejansichaa ni ta’a. 6) Prepare and submit work plan and
፮) የሥራና የበጀት ዕቅድ በማዘጋጀት
6) Karoora hojiifi baajataa qopheessu- budget to the concerned body and
ለሚመለከተው አካል አቅርቦ ሲፈቀድ
udhaan qaama ilaallatuuf dhiyeessee implement the same upon approval.
yoo eeyyamame hojiirra ni oolcha. በስራ ላይ ያውላል፡፡
7) Administer, open bank account and
7) Seera faayinaansii irratti hundaa’ee ፯) በፋይናንስ ህግ መሰረት የኤጀንሲውን በጀት
run the budget of the Agency, as per
baajata Ejansichaa ni bulcha; herrega ያስተዳድራል፣ የባንክ ሂሣብ ይከፍታል፣ financial law.
baankii ni bana; ni sochoosa. ያንቀሣቅሳል፡፡ 8) Prepare and submit work perfor-
8) Gabaasa raawwii hojiifi baajataa
፰) የስራና የበጀት ዕቅድ አፈፃፀም ሪፖርት mance and budget execution report
qopheessee qaama dhimmi ilaal-
አዘጋጅቶ ለሚመለከተው አካል ያቀርባል፡፡ to the concerned body.
latuuf ni dhiyeessa.
፲፩. የምክትል ዋና ሥራ አስኪያጅ ሥልጣንና ተግባር 10. Powers and duties of the Deputy
11. Aangoo fi Hojii Itti Aanaa Hojii Gag-
geessaa Ol’aanaa ፩) ዋና ሥራ አስኪያጅ በማይኖርበት ጊዜ Manager
1) Yeroo Hojii Gaggeessaa Ol’aanaan 1) Represent the General Manager in
ወክሎ ይሠራል፡፡
hin jirre bakka bu’ee ni hojjata. his absence.
፪) በዋና ስራ አስኪያጅ የሚሰጠውን ሥራ
2) Hojii, Hojii Gaggeessaa Ol’aanaan 2) Perform duties given to him by the
ይሰራል፡፡
kennamuuf ni hojjata. General Manager.

KUTAA SADII ክፍል ሶስት PART THREE


TUMAALEE ADDA ADDAA የተለያዩ ድንጋጌዎች Miscellaneous Provisions
12. Madda Galii 12. Income of the Agency
፲፪. የገቢ ምንጭ፡
Maddi galii Ejansichaa baajata Income of the Agency shall be from
የኤጀንሲው የገቢ ምንጭ መንግሥት
mootummaan ramaduufi deeggarsa the budget allocated by the government
adda addaa irraa ta’a. ከሚመድበው በጀትና ከተለያዩ እርዳታዎች
and various donations.
ይሆናል፡፡
13. Galmee Herregaa
13. Book of Account
Ejansichi galmee herregaafi harsham- ፲፫. የሂሣብ መዝገብ The Agency shall have full and clear
meewwan faayinaansii sirriifi guutuu
ኤጀንሲው ትክክልና የተሟላ የሂሣብ book of account and financial docu-
ta’e ni qabaata.
መዝገብና የፋይናንስ ሰነዶች ይኖሩታል፡፡ ments.
14. Odiitii Herregaa
Galmeewwan herregaafi qabee- ፲፬. የሂሣብ ኦዲት 14. Account Audit
nyi Ejansichaa Mana Hojii Odiitara የኤጀንሲው የሂሣብ መዝገብና ንብረት Books of account and financial docu-
Muummichaa Naannoo Oromiyaatiin በኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት
ment of the Agency shall be audited by
yookiin odiitara inni bakka buusuun Oromia National Regional State Audi-
ዋና ኦዲተር መስሪያ ቤት ወይም እሱ
odiitii ni ta’a. tor General Office or by other auditor
በሚመድበው ኦዲተር ኦዲት ይደረጋል፡፡
assigned by it.
15. Tumaalee Ce’umsaa
Hojiiwwaniifi ragaalee lafa magaalatiin ፲፭. የመሸጋገሪያ ድንጋጌዎች
15. Transitional Provisions
walqabatanii qaamolee adda addaatiin ከከተማ መሬት ጋር ተያይዘው በተለያዩ All works and datas related with ur-
hojjatamaa turan Labsii kanaan gara አካላት ሲሰሩ የቆዩ ስራዎችና መረጃዎች ban land started by various bodies
Ejansichaatti darbanii jiru. በዚህ አዋጅ ወደ ኤጀንሲው ተላልፈዋል፡፡ shall be transferred to the Agency by
16. Ittiwaamama Qaamolee Adda Addaa this Proclamation.
፲፮. የተለያዩ አካላት ተጠሪነት
1) Ittiwaamamni Insititiyuutii Pilaa-
፩) የኦሮሚያ ከተሞች ፕላን ኢንስቲቲዩትና 16. Accountability of Different Bodies
nii Magaalota Oromiyaafi Waajjira
የኦሮሚያ የተቀናጀ የመሬት መረጃ
1) The Oromia Urban Planning Institute
Qindeessaa Piroojektii Sirna Qabi-
and Oromia Integrated Urban Land
insa Ragaa Lafa Magaalaa Oromi- ሥርዓት ፕሮጀክት ጽ/ቤት ተጠሪነት
Information System Project Office
yaa Ejansichaaf ta’a. ለኤጀንሲው ይሆናል፡፡
2) Manni Marii Bulchiinsa Mootum- shall be accountable to the Agency.
፪) የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግሥት
maa Naannoo Oromiyaa aan- 2) Oromia National Regional State Ad-
መስተዳድር ምክር ቤት የኤጀንሲውን ministrative Council may establish
goofi hojii Ejansichaa milkeessuuf
ስልጣንና ተግባር ከግብ ለማድረስ different bodies by Regulation to
kan dandeessisan qaamolee adda
addaa Dambiidhaan hundeessuu ni የሚያስችሉ የተለያዩ አካላትን በደምብ ensure the proper implementation of
danda’a. ማቋቋም ይችላል፡፡ the powers and duties of the Agency.
Labsii Lak. 179/2005, Fuula 8 አዋጅ ቁጥር ፩፻፸፱/፪ሺ፭ Ñê ፰ Proclamation No. 179/2013, Page 8
17. Aangoo Dambiifi Qajeelfama Baasuu ፲፯. ደምብና መመሪያ የማውጣት ስልጣን 17. Powers to Issue Regulation & Directives
1) Labsii kana raawwachiisuuf Man- ፩) የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት 1) Oromia National Regional State
ni Marii Bulchiinsa Mootummaa Administrative Council may issue
መስተዳድር ምክር ቤት ይህን አዋጅ
Naannoo Oromiyaa Dambii baasuu
Regulation to implement this Proc-
ni danda’a. ለማስፈፀም ደምብ ሊያወጣ ይችላል፡፡
lamation.
2) Ejansichi Labsii kana yookiin Dam- ፪) ኤጀንሲው ይህን አዋጅ ወይም በዚህ
bii Labsii kana irratti hundaa’ee 2) The Agency may issue Directives to
አዋጅ ላይ ተመስርቶ የሚወጣውን ደምብ implement this Proclamation and the
bahu raawwachiisuuf Qajeelfama
baasuu ni danda’a. ለማስፈፀም መመሪያ ማውጣት ይችላል፡፡ Regulation to be issued for the im-
plementation of this Proclamation.
18. Seerota Raawwatiinsa Hin Qabaanne ፲፰. ተፈፃሚነት የሌላቸው ሕጎች
1) Labsii Lak. 163/2003 Keewwata 18. Inapplicable Laws
፩) አዋጅ ቁጥር ፩፻፷፫/፪ሺ፫ አንቀፅ ፲፫ ንዑስ
13 Keewwata Xiqqaa 2 (f)n Labsii
አንቀፅ ፪(ረ) በዚህ አዋጅ ተሽሯል፡፡
1) Article 13 Sub-Article (2)(f) of
kanaan haqamee jira.
2) Labsii Lak. 170/2004 Keewwata Proclamation No. 163/2011 shall
፪) አዋጅ ቁጥር ፩፻፸/፪ሺ፬ አንቀፅ ፪ ንዑስ
2 Keewwata Xiqqaa 4 Keewwat- be repealed by this Proclamation.
አንቀፅ ፬ ቁጥር ፮፣ ፯፣ ፱፣ ፲ እና ፳፰
toonni Xixiqqaan 6, 7, 9, 10 fi 28 2) Article 2 Sub-Articles 4 (6), (7),
Labsii kanaan haqamanii jiru. በዚህ አዋጅ ተሽሯል፡፡
(9), (10) and (28) of Proclamation
3) Dambii Waajjira Qindeessaa ፫) የኦሮሚያ የመሬት መረጃ አያያዝ ስርዓት No. 170/2012 shall be repealed by
Piroojektii Sirna Qabiinsa Ra-
ፕሮጀክት አስተባባሪ ጽ/ቤት ለማቋቋም this Proclamation.
gaa Lafa Magaalaa Oromiyaa
ከወጣው ደምብ ቁጥር ፩፻፵፪/፪ሺ፬ ውስጥ 3) Oromia Integrated Urban Land Infor-
Hundeessuuf Bahe, Lak. 142/2004
Keewwata 4 Keewwata Xiqqaa 2, አንቀፅ ፬ ንዑስ አንቀፅ ፪፣ አንቀፅ ፯ ንዑስ mation System Project Office Regu-
Keewwata 7 Keewwata Xiqqaa 1, lation No. 142/2012 Article 4 Sub-
አንቀፅ ፩፣ አንቀፅ ፰ ንዑስ አንቀፅ ፲፩ እና
Keewwata 8 Keewwata Xiqqaa 11, Article 2, Article 7 Sub-Article 1,
አንቀፅ ፱፣ ፲፣ ፲፩፣ ፲፪፣ ፲፫፣ ፲፬ ንዑስ
fi Keewwattoonni 9,10, 11, 12, Article 8 Sub-Article 11 and Articles
13, 14 Keewwata Xixiqqaa 5 fi 7 fi አንቀፅ ፭ እና ፯ እና አንቀፅ ፲፮ በዚህ
9, 10, 11, 12, 13 and 14 Sub-Articles
Keewwata 16 Labsii kanaan haqa- አዋጅ ተሽሯል፡፡
5 and 7 and Article 16 shall be re-
manii jiru.
፬) ከዚህ አዋጅ ጋር የሚቃረኑ ማናቸውም pealed by this Proclamation.
4) Seeronniifi barmaatileen hojii
Labsii kanaan walfaallessan kami- ህጎችና ልማዳዊ ድርጊቶች በዚህ አዋጅ 4) Any law and practice inconsistant
yyuu dhimmoota Labsii kanaan ውስጥ በተካተቱ ጉዳዮች ላይ ተፈጻሚነት with this Proclamation shall not be
hammataman irratti raawwatiinsa applicable on matters provided in this
አይኖራቸውም፡፡
hin qabaatan.
Proclamation.
19. Yeroo Labsiin Kun Hojii Irra Oolu ፲፱. ይህ አዋጅ በስራ ላይ የሚውልበት ጊዜ
19. Effective Date
Labsii kun Adoolessa Guyyaa 6 Bara ይህ አዋጅ ከሐምሌ ፮ ቀን ፪ሺ፭ ዓ.ም ጀምሮ
2005 irraa eegalee kan hojiirra oolu ta’a. This Proclamation shall come in to ef-
በሥራ ላይ የሚውል ይሆናል፡፡
fect as of the 13th of July 2013.
Alamaayyoo Atoomsaa አለማየሁ አቶምሣ Alemayehu Atomsa
Pireeziidaantii Mootummaa Naannoo President of Oromia National Regional
የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግሥት ፕሬዚዳንት
Oromiyaa State
Finfinnee, Adoolessa 6 Bara 2005 ፊንፊኔ፣ ሐምሌ ፮ ቀን ፪g=፭ ዓ.ም. Finfine, 13th of July 2013

©2006
Waajjira Afyaa'iifi Caffee Oromiyaatiin Kan Maxxanfame
በአፈጉባኤና ጨፌ ኦሮሚያ ጽ/ቤት ታተመ
Published by the Office of the Speaker & the "Caffee" of the NRSO
Muddee17 Bara 2006/ ታህሣሥ ፲፯ ቀን ፪ሺ፮ ዓ.ም/ 26 of December 2013

Potrebbero piacerti anche