Sei sulla pagina 1di 2

Guyyaa

17/07/2019

To : IT Director dhaaf

Iyyaatan:Obbo Indaala Dhaaba

Dhimmii isaa Mirgaa Fedhii hojjii ani qabu kabachifachuu Ilalata

Akkumaa armaan oliitti jechuuf yaalettii ani Obbo Indaala Dhaaba fedhiin anii hojjiif qabuu guddaa dha.
kafalti tokko malee sa'atti hojjiif jedhaame dabarsee hojjachaa turuu koo hunduu ni beeka. ammaa illee
caalmatti hojjachuuf qopha'a dha. gaaru immoo fedhiin ani hojjiif qabu Obbo shibiru Olika dhaan yeroo
baay'e dangefamaa turee jiraa. Year End bara 2019 illee dafnee xumuruu qabna anii jennanin atii yeroo
hunda wanta anii jedhuu hin dhagesuu naa jechaa ture. End of year ta'u isaa osoo beeku ganama sa'ati
4:00 dhufaa turee suuta hojjatamu qaba jechuun. sababa kanaf End of Year bara 2019 guyyaa 7 turuu
danda'e jiraa.erga End of Year bara 2019 xumurameen booda galgala, galgal hanga sa'atii 2:00 turu
qabdan kan nuun jedhaan dhaabu qabna jedhee sa'ati 11:00 irratti backup fudhatii galaa jedhee email
database team dhaaf erge osoo Magarsa wajjiin nu hin marisiisin. anii immoo lakki hojjii dhaabu hin
qabnu anii naan tura galgala hanga sa'atti 2:00 backup sa'atti 11:00 ajajamu hin qabu sababa branchin
yoo xiqaate galgala hanga sa'a 2:00 hojjachaa jiraa wanta ta'ef osoo branchin hojjacha jiruu backup yoo
ajajamee rakkoo umuu danda'a jedhee turuu egaale. amma turuu ergaan egaale Torbe lama ta'e jira.
guyyaa har'a jechuunis guyyaa 17/07/2019 ganama biroo dhufee osoon hojjachaa jiruu ani Obbo
Indaala Dhaaba, Obbo shibiru Olika backup guyyaa 16/07/2019 hin fudhatamne jedhee soban osoo ijaan
arguu. guyyaan kaallessa guyyaa 16/07/2019 ta'e osoo jiruu guyyaa 17/07/2019 lakkii jedhee na
arabse. Yeroo baay'e Obbo magarsa IT director tti himachaa turuun koo ni beekama. kanaf mirga ani
hojjiif qabuu akka naaf bakachistan kabajan isiin gafadha.

CC

 Humna namatiif
 General Manager dhaaf

Potrebbero piacerti anche